Irreechi aadaa keenya nu waliin biyya bahe jabaatnee dhaloota barsiisuu qabna - Ob.Gammachuu Badhaadhaa cover art

Irreechi aadaa keenya nu waliin biyya bahe jabaatnee dhaloota barsiisuu qabna - Ob.Gammachuu Badhaadhaa

Irreechi aadaa keenya nu waliin biyya bahe jabaatnee dhaloota barsiisuu qabna - Ob.Gammachuu Badhaadhaa

Listen for free

View show details

About this listen

Irreechi Afraasaa kan bara kanaa Dilbata Dabree kabajamee oole. Haawaasni Oromoo Melbourne bakka heddumminaan argamanitti, Ayyaanni Irreechaa Daandenong bakka tarkaanfii kuma tokko jedhutti kabajame. guyyaa kana ijoolleen, dubartootnii fi abbootiin uccuu aadaan faayamanii kan argaman ture. Ayyaanni Irreechaa kun eebbaan jalqabe, ganna biqiqltuu lafa buusan, abdiin itti eeggatan tahuus abbootiin haasawa godhan dubbataniiru.

What listeners say about Irreechi aadaa keenya nu waliin biyya bahe jabaatnee dhaloota barsiisuu qabna - Ob.Gammachuu Badhaadhaa

Average Customer Ratings

Reviews - Please select the tabs below to change the source of reviews.

In the spirit of reconciliation, Audible acknowledges the Traditional Custodians of country throughout Australia and their connections to land, sea and community. We pay our respect to their elders past and present and extend that respect to all Aboriginal and Torres Strait Islander peoples today.