SBS irraa Afaan Englishii baradhaa cover art

SBS irraa Afaan Englishii baradhaa

SBS irraa Afaan Englishii baradhaa

By: SBS
Listen for free

About this listen

Afaan Englishii fi aadaa Australia barachuun basha’aa. Afaan Englishii barachuun mijataa, gammachiisaa fi qabatamaa akka tahu kaayyoo keenya. Afaanicha barachuu qofa utuu hin taane jaalala illee irraa horadhaa!Copyright 2025, Special Broadcasting Services Language Learning
Episodes
  • #50 Let's go fishing! (Med) - Qurxummii qabuu
    Nov 22 2023
    Learn how to talk about fishing. Plus, find out a bit of history on why Australians love fishing. - Waa'ee qurxummii qabuu akkamitti akka dubbatan baradhu. Dabalataan, lammiileen Awustiraaliyaa maaliif qurxummii qabuu akka jaallatan seenaa xiqqoo barbaadi Ilaali
    Show More Show Less
    16 mins
  • #48 How to talk about your body pain (Med) - Dhukkubbii qama kee akkamitti akka himattu
    Nov 1 2023
    Learn how to describe your body pain. Plus, hear some tips from a physiotherapist if you feel pain. - Akkka itti dhukkubbii qaamaa ibsatan baradhaa. akkasumas yoo dhukkubbiin isinitti dhaga'ama tahe gorsa tokko tokko ogeessa fayyaa qaamaa irraa dhagahaa. Afaan Inglishiis achumaan barattuu.
    Show More Show Less
    16 mins
  • #49 How to say you don’t understand (Med) - #49 Akka hin hubatin akkamitti akka ibsattu (giddu- galeessa)
    Nov 1 2023
    Learn how to say you don’t understand. Plus hear a comedian’s funny story about misunderstanding an Australian idiom. - Learn how to say you don’t understand. Plus hear a comedian’s funny story about misunderstanding an Australian idiom. Afaan Inglishii nama waliin gaafa dubbattan, naaf hin galle, hin hubatne jechuuf akkamiin of ibsuu akka dandeessan baradhaa. Akkasumas loqoda Austraaliyaanotaa tokko tokko namootni bebbeekamoon tokko tokko irraa qoosaan dhaggeeffadhaa itti bashannanaa, irraa baradhaas.
    Show More Show Less
    16 mins

What listeners say about SBS irraa Afaan Englishii baradhaa

Average Customer Ratings

Reviews - Please select the tabs below to change the source of reviews.

In the spirit of reconciliation, Audible acknowledges the Traditional Custodians of country throughout Australia and their connections to land, sea and community. We pay our respect to their elders past and present and extend that respect to all Aboriginal and Torres Strait Islander peoples today.