• #108 Talking about the cost of living - #108 Jireenyi mi'aa tahuu irraa dubbachuu
    Apr 22 2026
    Learn English useful for talking about money, expenses, and financial pressure. Practise everyday phrases for describing rising costs, managing a budget, and explaining financial challenges. - Waa'ee qarshii, mi'aa jireenyaa fi dhiibbaa dinagdee jiru dubbachuun afaan Inglishii barbaachisoo tahan barattu. jechoota kanneen akka gatiin ol ka'uu, to'annaa maallaqaa fi maallaqa ilaalchisee dhiibbaalee adda addaa jiran irra deddeebitanii shaakaluun guyyaa guyyaatti waa barattu.
    Show More Show Less
    10 mins
  • Thinking of a career change? Here are some tips and options to consider - Hojii jijjiirrachuu yaaddee beektaa? Australia keessa filatnowwan jiran-Australia Explained
    Apr 22 2026
    Looking to step into a new career? You're not the only one, the stats suggest. No matter your age, background or whether English is your first language, a career change at some point is almost inevitable nowadays. In Australia, support is available to help you through the process. - Hojii haaraa tti seenuu barbaadduu? Yoo akkas tahe qophaa keessan miti; akka qorannoon mul'isutti. Umuriin kee, seenaan kee ykn Afaan Inglishii afaan kee isa jalqabaa ta’us, jijjiiramni hojii yeroo tokkotti yeroo ammaa kana waan hin oolle jechuun ni danda’ama. Australiakeessatti adeemsa kana keessa si gargaaruuf deeggarsi ni jira.
    Show More Show Less
    11 mins
  • Bonus Practice: #107 Protecting Wildlife | Talking About Animals and Nature (Med) - Dabala: #107 Bineensota Bosonaa Kununsuu | Waa''ee Bineensota fi uumamaa dubbachuu (Giddu gala afaanii)
    Apr 15 2026
    Practise speaking the dialogue from episode Bonus Practice: #107 Protecting Wildlife | Talking About Animals and Nature. - Shaakala dabalaa kana irraa marii dhaggeeffachuun afaan irraa barattu. Dabala shaakalaa #107 dura dabarsinetti kan fufu Bineensota Bosonaa kununsuu akkasumas waa'ee bineensaa fi uumamaa dubbachuu kan jedhu yoo caqastan caalaatti afaan fooyyeffattu.
    Show More Show Less
    4 mins
  • How to buy Indigenous art and craft ethically in Australia - Akkaataa aartii fi hojii harkaa Abbootii Dachee Australia keessatti naamusaan bitannu- Australia Explained
    Apr 15 2026
    Buying Aboriginal and Torres Strait Islander art can be meaningful, but how do you know if it's real and ethical? Fake art is still a problem in Australia, and protections are still developing. This guide helps you understand what to look for, what questions to ask, and where to buy safely. By choosing carefully, you can support First Nations artists and their communities. - Aartii Aboriginal fi Torres Strait Islander bitachuun hiika of danda'e qabaataa, garuu dhugaa fi naamusa qabeessa tahuu akkamitti beekta? Aartiin fakkeeffamee hojjetamu amma illee Australia keessatti rakkina tahee jira, akkasumas tiki barbaachisu amma illee irratti hojjetamaa jira. Qajeelfamni kun maal akka barbaaddu, gaaffii akkam akka gaafattuu fi eessaa akka nagahoomaan bitattu hubachuuf si gargaara. Of eeggannoodhaan filachuudhaan, artistoota Saboota Duraa fi hawaasa isaanii tumsuun ni danda’ama.
    Show More Show Less
    8 mins
  • Have you considered a career in translating and interpreting? - Hojii Afaan hiikuu fi jijjiiruu hojjechuu yaaddee beektaa?
    Apr 8 2026
    Have you ever considered using your bilingual skills to assist others? A career in translating and interpreting might be for you. In Australia you can train for a TAFE certificate all the way to Master’s degree prior to getting certified. In this episode we help you navigate the pathway to becoming a qualified practitioner. - Afaan lama dubbachuuf dandeettii qabduun kaan gargaaruu yaaddanii beektuu? Hojiin afaan hiikkaa fi barreeffama jijjiiruu tarii siif taha. Australia keessatti, TAFE irraa barattee certificate argachuu irraa haga Sadarkaa masterii barachuu dandeessa, ogummaa Kanaan gahaa taatee hojjechuuf.
    Show More Show Less
    12 mins
  • #107 Protecting Wildlife | Talking about animals and nature (Med) - #107 Kununsa Bineensa Bosonaa |Waa'ee bineensaa fi uumamaa dubbachuu(giddu-gala afaanii)- Learn English
    Apr 8 2026
    Learn useful English for talking about animals, nature, and protecting wildlife. Practise everyday phrases for discussing threats to animals, expressing concern, and describing the environment. - Waa'ee bomeemsptaa , uumamaa fi akkaataa itti bineensota bosonaa kununsan waliin dubbachuu afaan irra fooyyawe dubbattu. Dhiibbaa bineensota irra gahuu malu, yaaddoo keessanii fi dhimma kununsa naannoo waliin dubbachuun jechoota adda addaa shaakalaa. Qophii kana dhaggeeffachuun afaan inglishii keessan daran fooyyeffattu.
    Show More Show Less
    11 mins
  • Guyyaan Oromtittii Hawaasni akka addatti kabajata - Obbo Bantii Ol-iiqaa
    Apr 1 2026
    Guyyaan "Oromtittii" Magaalaa Melbourne Australia keessatti Dilbata dabre Bitootessa digadamii saddeetti guyyaa irraa eegalee kabajamee oole.
    Show More Show Less
    10 mins
  • Australian Easter: Exploring social and cultural traditions beyond religion - Easter Australia: Amantii bira dabree duudhaa aadaa fi hawaasummaa mul'isuu- Australia Explained
    Apr 1 2026
    Easter holds great significance for Christians. Yet, for those of different faiths or non-religious backgrounds, it presents a chance to relish a four-day weekend, partake in family and social gatherings, engage in outdoor activities, and attend events where children take centre stage. Here's your essential guide to celebrating Easter in Australia. - Ayyaanni Easterii Kalaandarii warra Kirstaanaa keessatti ayyaana guddaatti ilaalama. Garuu amantii kam iyyuu yoo tahe, namoota baay’ee Australia keessaaf Ayyaanni Easter boqonnaa dheeraa dhuma torbee irratti argataniin wali hidhata. Sochiiwwan alaa fi walga’ii hawaasummaa wajjin wal qabatas, yeroo kanattis qophiilee alatti taasisamuufii wal argee hawaasumaatu heddummata. Manni barmootaas cufamaa tahuu isaa irraa kan ka’e, ijoolleen duudhaa aadaa isaanii fi kabajatnaa adda addaa maatii waliin hirmaachuuf carraa hedduu argatu. saanti beekuu qabdan kunoo ti.
    Show More Show Less
    12 mins